Acts 7:16 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Lafeen isaanii gara lafa Shekem jedhantu geeffantee, addee awwaalaa lafa Abrahaam beesee ifiitiin gosa Hamorii irraa bitetti awwaalante.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Haga lafa Shekemu worra baatani achiti worra awaalani, awaala Abrahamuuni jaarole Hamori ta Shekemu ira bitate keesa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Lafeelee warraa lafa Shekemiitti geessanii, achiitti fulaa Abrahaam jaarrolee gosa Hamorii ta Shekem irraa bitatte keessatti awwaalan.”
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lafeen isaaniillee gara lafa Seekeem jedhamuu geeffamtee hulee lafa awwaala Abrahaam birrii ufiitiin abbaa Seekeemii ijoollee Eemoorii irraa bitetti isaan awwaalan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Lafeen isaaniillee gara lafa Seekeem jedhamuu geeffamtee hulee lafa awwaala Abrahaam birrii ufiitiin abbaa Seekeemii ijoollee Eemoorii irraa bitetti isaan awwaalan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Lafeen isaanii'llee gara Seekem fudhatamee lafa awwaalaa ka Abrahaam Seekemitti, ijoollee Hamoorii irraa qarshi'iin bitetti ni awwaalame.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lafeen isaanii gara lafa Sheekem jedhantu geeffantee, addee awwaalaa lafa Abrahaam beesee ifiitiin gosa Hamoorii irraa bitetti awwaalante.