Acts 7:17 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waadaan Waaqi Abrahaaamiif gale muummoyisaaf yennaa dhikaate, laakkossi kolbaa teennaa ka biyya Gibxii keessaa heddata deeme.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo guyyaani Waaqi Abrahamuti kakhate d'iaannaani, nami keenna lafa Misiri keesati heddate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Ammoo Guyyaan Waaqii Abrahaamiitti kakate dhi'aannaan, namii keenna lafa Gibxii keessatti heddate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa barri Rabbi Abrahaamiif waadaa gale dhiyaate,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa barri Rabbi Abrahaamiif waada gale dhiyaate, mootiin Yooseefiin hin beenne ka biraa haga mooyuutti baniin Misiritti yookiin Misiriin keessatti baayi'ate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Abddiin Waaqinni Abrahaamii kaku'uun kenne yeroon itti raawwatamu yoo dhiyaatutti, lakkofssi ummata keenna ka biyya Gibixii keessa turee, baayi'ata'aa ni deeme.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Waadaan Waaqi Abrahaamiif gale muummowisaaf yennaa dhikaate, laakkossi kolbaa teennaa ka biyya Gibxii keessaa heddataa deeme.