Acts 7:2 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isxifaanosille deebisee, “Obboleeyyanii fi abbootii tiyya, na dhage'a'a! Abbaan keenna Abrahaam lafa Kaaraanii le'iisaaf adoo hin deemin dura, ulfinni Waaqaa Mesophotaamiyaa keessatti isatti mudhatee,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Stefanoni waan worraani jed'e, Oboleyaanifi abbooti tiyya, me ch'aqasa! Waaqi Guddaani abba keenna Abrahamuti mullate, gaafa inni Mesopotamia keesa tau, ato inni lafa Haraniti ingodaaniini.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isxifaanos deebisee, “Obbooleeyyaanii fi abbootii tiyya, mee na caqasaa! Waaqii guddaan, gaafa innii Mesophotamiyaa keessa taa'uu, adoo innii lafa Kaaraaniitti hingodaaniin abbaa keenna Abrahaamitti mullatee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee akkana jedhe, «Obboleeyyanii fi abboota tiyya! dhagayaa'a! Waaqa ulfinnaa Abbaa keenna Abrahaamiin uduu inni biyya Kaaraanii hin dhaqin lafa laga lamaanii jiddu'utti itti mudhatee,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Innillee akkana jedhe, «Obboleeyyanii fi abboota tiyya, dhagayaa'a! Waaqa ulfinnaa, Abbaa keenna Abrahaamiin uduu inni biyya Kaaraanii hin dhaqin lafa laga lamaan jiddu'utti itti mudhatee,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isxifaanos'llee akkana jechu'uun ni deebise, «Yaa obboleeyyanii fi abbootii kiyya! Mee ana dhageeffadhaa! Abbaan keenna Abrahaam Kaanaan jiraachu'uuf uduu hin deeminiin duranatti, uduma Mosophotaamiyaa jiru, Waaqinni ulfinnaa isatti muldhateeti,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isxifaanosille deebisee, «Obboleeyyanii fi abbootii tiyya, na dhage'a'a! Abbaan keenna Abrahaam lafa Kaaraanii le'iisaaf adoo hin deemin dura, ulfinni Waaqaa Mesophotaamiyaa keessatti isatti mudhatee,