Acts 7:23 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inni woggaa afurtama yennaa geye, kolbaan Israa'elii akka itti jirtu ilaaliisaaf yaadate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ganni isaa afurtama geennaani, inni oboleyaani ufii, ta gosa Israeli, guddo argu fed'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Gannii isaa afurtama geennaan, innii obboleeyyan isaa, ta gosa Israa'eli, guddoo argu fedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo hennaa woggaa afurtamaa guutu obboleeyyan ufii ijoollee Israa'elootaa tooyatu'uuf garaa ufii keessatti yaade.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo woggaa afurtamaa hennaa guutu obboleeyyan ufii ijoollee Isira'elootaa tooyatu'uuf garaa ufii keessatti yaade.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Museen'llee woggaa afurtamaa yeroo guuteentti, obboleeyyan isaa ijoollee Israa'eelii laalu'uuf ni ka'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Inni woggaa afurtama yennaa geye, kolbaan Israa'elii akka itti jirtu ilaaliisaaf yaadate.