Acts 7:25 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Muuseen karuma isaatiin Waaqi bilisa akka isaan baasu, kolbaan waan hubbattu seyeeyyu; isaan ammoo hin hubanne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi inni waan gochiti isaa aka Waaqi harka isatiini nyaapa worraa duraa baasu beetu sehe; ammo worri imbeenne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkanaatiif innii waan gochitii isaa akka Waaqii harka isatiin nyaapha isaanii duraa baasu beettu sehe; Warrii ammoo hinbeenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Obboleeyyan isaallee Rabbi karaa isaatiin akka wolaba isaan baasu waan hubatan isatti fakkaate. Isaan ammo hin hubanne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Obboleeyyan isaallee Rabbi karaa isaatiin wolaba akka isaan baasu waan hubatan isatti fakkaate. Isaan ammoo hin hubanne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqinni karaa isaantiin akka bilisa isaan baasu, ummanni isaa waan hubatan itti fakkaatee ture, isaan garuu kana hin hubanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuseen karuma isaatiin Waaqi bilisa akka isaan baasu, kolbaan waan hubattu seyeeyyu; isaan ammoo hin hubanne.