Acts 7:27 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Namichi lola kaase ammoo Muusee achi darbee, ‘Nu'u irratti eentu bulcha'aa fi abbaa mura'aa si godhe?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo namichi fulla injirre kaani waan isaani jed'e, Eenuti hayyufi jaallaba keenna si tolche?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namichii fulaa hinjirre kaan ammoo Musee ufi irraa darbee, ‘Eenutti bulchaa fi jaallaba keenna si tolche?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka hiriyyaa ufii miidha'aaru ammo bulcha'aa fi murteessaa akka taatu nu irratti eentu si muude?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka hiriyyaa ufii miidha'aaru ammoo bulcha'aa fi murteessaa akka taatu nurratti eentu si muude?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namichi waahela isaa ni dhaana ture sun, Musee achi ufi irraa dhiibeeniiti, ‹si ammoo nu irratti bulichaa fi murtteessaa ka si taasise eennu?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namichi lola kaase ammoo Muusee achi darbee, ‹Nu'u irratti eentu bulcha'aa fi abbaa mura'aa si godhe?