Acts 7:29 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Muuseen yennaa tana dhage'e, biyya Gibxi'ii keessaa dheetee, gara lafa Miidiya'aa galee le'e. Achitti ijoollee lama uumate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dubbi tana d'ageennaani Musani baqate, lafa Midiani jed'ani keesa tae, achiti ilmaani lama d'ale.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Dubbii tana dhageennaan Museen baqatee, lafa Miidyaan jedhan keessa taa'ee, achiitti ilmaan lama dhale.”
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseenillee sababa dubbii kanaatiif dheessee biyya Miidiyaamiititti galtuu ta'ee jiraate. Achitti ijoollee lamaa uumate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Muuseenillee sababa dubbii kanaatiif dheesee biyya Midiyaamiititti galtuu ta'ee jiraate. Achiti ijoollee lamaa uumate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Museen kana yeroo dhagayetti biyya Gibixiitii dheessee gara biyya Miidiyaamii deemeeti, achitti baqataa ta'ee ni jiraate, achitti'llee ijoollee dhiiraa lama ni uumate.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuseen yennaa tana dhage'e, biyya Gibxi'ii keessaa dheetee, gara lafa Miidiya'aa galee le'e. Achitti ijoollee lama uumate.