Acts 7:3 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
‘Fira keetii fi biyya teeti lakkisiitii gara lafa ani si'itti mudhisuu deemi’ jedheen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan jed'eeni, Lafa tantetiifi worra kankele keesaa godaani, lafa anini sii agarsiisuti qubad'i.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
‘Lafa tanteetii fi warra kankeellee keessaa godaanii, lafa anin si agarsiisuutti qubadhu!’ jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
‹Biyya keetii fi Firoota kee keessaa bayiitii gara biyya ani sitti mudhisuu koottu› jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
‹Biyya keetii fi Firoota kee keessaa bayiitii gara biyya ani sitti mudhisuu koottu› jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
‹biyya kee keessaa baatee, firoottan kee irraa fooyamittee, gara biyya ani sitti muldhisuu deemi!› ni jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
‹Fira keetii fi biyya teeti lakkisiitii gara lafa ani si'itti mudhisuu deemi› jedheen.