Acts 7:31 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Muuseen waan kana yennaa dhagge baaseffatee, ilaaliisaaf itti dhikaate. Ammoo inni qoonqoo Gootta'aa,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Musani arginaani guddo mame. Inni iti d'iaate aka ilaalu, ammo qonqooni Aabbo isati d'ufte waan isaani jette.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Museen arginaan guddoo mamee, innii laaluuf itti dhi'aannaan, ammoo qoonqoon Aabboo isaatti dhuftee isaan,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseenillee argee waan arge san maalalfatee laalu'uuf yoo itti dhiyaatu sagaleen Goofta'aa,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Muuseenillee argee, waan arge san maalalfatee, laalu'uuf yoo itti dhiyaatu, sagaleen Goofta'aa, ‹Ani Waaqa abboota keetii, Waaqa Abrahaamii, Waaqa Yisaaqiitii fi Waaqa Yaaqoobii ti› jedhee gara isaa dhufe. Muuseenillee hollata'aati laaluu sodaate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Museen'llee kana yeroo argetti ni maalale, dhiyaatee yoo laalutti'llee, qooniqqa Gooftaa ka akkana jedhu ni dhagaye,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuseen waan kana yennaa dhagge baaseffatee, ilaaliisaaf itti dhikaate. Ammoo inni qoonqoo Gootta'aa,