Acts 7:36 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni Gibxi'ii fi Abbaayaa Guddittii Diintuu irratti baasaa fi bilbaasa hujaa, kolbaa sooressaa, biyya Gibxi'ii keessaa baase.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
inni waan mamatiifi akheekha lafa Misiri keesati fulla galaana Shamutiifi ammalle ganna afurtama lafa gamooji keesaleti tolche, akasiini worra baase.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii waan mamaatii fi akeeka lafa Gibxii keessatti, fulaa galaana Ertiraattii fi ammallee ganna afurtamaa lafa gamoojjii keessaalleetti tolchee, akkasiin warra baase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni kun biyya Misiriititti galaana diimaa lafa gammoojji'iititti woggaa afurtamaa maalale'ee fi malkata godha'aa isaan baase.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namni kun biyya Misiriititti galaana diimaa lafa gammoojji'iititti woggaa afurtamaa maalale'ee fi malkata godha'aa isaan baase.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gibixii fi garba ciisaa diima'atti maalale'ee fi baasota taasisu'uun ummata isaa baasee woggaa afurtamaa ka isaan eemare, Musema kana ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni Gibxi'ii fi abbaayaa diintuu irratti baasaa fi bilbaasa hujaa, kolbaa sooressaa, biyya Gibxi'ii keessaa baase.