Acts 7:38 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inni abbootii teenna woliin lafa goomolee keessa jiruun, gaara Siinaa gubba'atti ergamaan Waaqaa ka itti dubbate isuma; Jecha Waaqaa ka jiru'uu ka nu'uuf dabarselle Muusuma kana.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni sunuma ka gaafa gumiini Israeli lafa alo keesa jiruti malaika woliini gumi suni keesa jiru. Inni ababoota teennale woliini jira gaafa malaikaani gaara Sinai gubbati isani dubbate, ammalle isumati dubbi Waaqa ta jireenna nu barsiise.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii sunuma ka gaafa gumiin Israa'el lafa aloo keessatti walitti qabamte, ergamaa Waaqaa ka gaara Siinaa irratti isaan dubbatee fi abbaaboota teennaallee waliin achi jiru; ammallee isumaatti dubbii Waaqaa ta jireenna nu barsiisuuf fudhate.”
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni kun ka gaara Siina'aatitti Maleekkaan itti dubbate saniif ka abboota keenna woliin lafa gammoojji'ii keessa ture. Dubbii jireenna qabu kana nuu kennu'uuf Rabbiin irraa fudhate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namni kun ka gaara Siina'aatitti Maleekkaan itti dubbate saniif ka abboota keenna woliin lafa gammoojji'ii keessa ture. Dubbii jireenna qabu kana nuu kennu'uuf Rabbiin irraa fudhate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ummata gammoojji'itti wolgayee turee fi maleyikkicha Gaara Siina'aa irraa dubbateen woliin, akkuma kana abbootii keennaan woliin'llee ni jira ka ture isa. Dubbii Waaqaa ka jireennaa'llee nu'uuf ka dabarsse'llee, Musema kana.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni abbootii teenna woliin lafa goomolee keessa jiruun, gaara Siinaa gubba'atti ergamaan Waaqaa ka itti dubbate isuma; Jecha Waaqaa ka jiru'uu ka nu'uuf dabarselle Muusuma kana.