Acts 7:4 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba inni biyya ifii Kaldiyaa lakkisee, Kaaraan keessa le'iisaaf deeme. Abbaan isaa du'een duuba, Waaqi gara lafa amma isin leetanu tanaa isa fide.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani inni lafa Kaldayo keesaa bahe lafa Harani qubate. Eegi abbaani isaa due, inni lafa tana ta isani amma keesa tetaniti qubate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan innii lafa Kaldootaa keessaa ba'ee lafa Kaaraan qubate. Eegii abbaan isaa du'ee, Waaqii achii baasee innii lafa amma isan keessa teettani tana qubate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san biyya Kaladaawootaatii bayee Kaaraaniin taa'e. Achiillee haga abbaan isaa du'een maayii gara biyya adha isin keessa jiraata'aartan kanatti isa baase.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa san biyya Kaladaawootaatii bayee Kaaraaniin taa'e. Achiillee haga abbaan isaa du'een maayii gara biyya adha isin keessa jiraata'aartan kanatti isa baase.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo sanitti biyya worri Kaaleedootaatii bayanii Kaaraan ni taa'e, abbaan isaa eega du'een duubatti'llee Waaqinni kaaraanii isa baasee, gara biyya adha isin keessa jiraattanii ni fideen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba inni biyya ifii Kaldiyaa lakkisee, Kaaraan keessa le'iisaaf deeme. Abbaan isaa du'een duuba, Waaqi gara lafa amma isin leetanu tanaa isa fide.