Acts 7:40 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre isaan Aaroniin, ‘Muuseen biyya Gibxii keessaa nu baase kun waan te'e wollaallee, waaqota nu sooressanu nuu huji’ jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi worri waan Haruniini jed'e, Waaqoota nu dura yaatu nuu mid'aasi namichi Musa jed'ani ka lafa Misiri keesa nuuni d'ufe kaani gara inni jiru imbeennu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf warrii Aroniin, ‘Ka'ii waaqoota nu dura yaatu nuu midhaasi! Namicha Musee jedhan ka lafa Gibxii keessaa nuun dhufe kaan waan innii ta'e hinbeennuu’ jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan Aarooniin, ‹Muuseen biyya Misirii keessaa nu baase waan ta'e wollaallee, ka'ii waaqolee nu afoo deeman nuu huji› jedhaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan Aarooniin, ‹Muuseen biyya Misirii keessaa nu baase waan ta'e wollaallee, ka'ii waaqota nu afoo deeman nuu huji› jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Aaroon'llee, kun Museen biyya Gibixiitii nu baase Musee maal akka isa irra gaye hin beekinnuutii, fuun durana keennaan deema'aa ka nu eemaran, waaqota sobaa nuuf hojjadu! jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre isaan Aaroniin, ‹Muuseen biyya Gibxii keessaa nu baase kun waan te'e wollaallee, waaqota nu sooressanu nuu huji› jedhane.