Acts 7:44 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
“Abbootiin teenna goomolee keessatti dunkaanii dhugaa bayaa qaddi. Godoon sun akka Waaqi Muuse'etti mudhisee, ‘Akkas huji’ jedhetti ta hujante.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ababooti teenna gaafa lafa aloo keesa jirtu, Waaro Woyyuma qabdi, ta aka Waaqi Musati hime gula mid'aasani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Abaabootii teenna gaafa lafa gammoojjii keessa jirtu, Waaroo Waaqii keessa jiru ta akka Waaqii Muuseetti himee agarsiisee gula midhaasan qabdi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Akkuma fakii argitee san abbootiin teenna gammoojjii keessatti daasee ragaa bayu'uu qaban. Daaseen sunillee akka Rabbi Muuse'etti mudhisetti ta hojjatamte.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Akkuma fakii argitee san Abbootiin teenna gammoojjii keessatti dukkaana ragaa bayu'uu qaban. Dukkaanaan sunillee akka Rabbi Muuse'eetti mudhisetti ta hojjatamte.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Abbootiin keenna gammoojji'itti dukkaana raguma'aa ni qaban turan, dunkkaanattii tana'llee akkaatama bu'ura Waaqinni isatti himee fi muldhiseetiin, ka hojjate Musee ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Abbootiin teenna goomolee keessatti dunkaanii dhugaa bayaa qaddi. Dunkaaniin sun akka Waaqi Muuse'etti mudhisee, ‹Akkas huji› jedhetti ta hujante.