Acts 7:46 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Daawwiti Waaqa duratti fudhatama dhaggatee, Waaqa Yaaqoobiitiif mana ijaariisaaf gaafate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni Waaqa durati eeba argate, ammalle Waaqa kad'ate waan jed'eeni, Aka anini Mana Waaqa Yakoboti ijaaru na tolchi jed'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Daawit Waaqaa duraatti eebba argatee, ammallee akka mana Waaqaa Yaaqobiittii jaaru Waaqaa kadhate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee Rabbiin afo'otti gaachena argatee Waaqa Yaaqoobiitii mana ijaaru'uuf Rabbiin kadhate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Innillee Rabbiin afo'otti gacheena argatee Waaqa Yaaqoobiitii mana ijaaru'uuf Waaqa kadhate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Daawiit'llee Waaqaa duranatti gaachena argatee Waaqa Yaaqoobiitiif mana keessa bultti'ii isaatiif ta'u, hojjachu'uuf kadhanna'aan ni gaafate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti Waaqa duratti fudhatama dhaggatee, Waaqa Yaaqoobiitiif mana ijaariisaaf gaafate.