Acts 7:47 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ammoo Waaqaaf ka mana ijaare Solomoon.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo nami mana isaa ijaare Solomoni.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii Waaqaa mana jaare ammoo Solomoon.”
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo Solomoontu Rabbii mana ijaare.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo Salamoontu Rabbii mana ijaare.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu Waaqaaf mana ka hojjate Solomoon ture.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo Waaqaaf ka mana ijaare Solomoon.