Acts 7:50 — Compare Translations

6 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waan san duudii ka huje anaa motii? jedha Goottaan’.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Harka kiyyati waan kana ch'ufa mid'aaseeniti?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Harka kiyyaatti waan kana cufa midhaaseenitii?’ jedha.”
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kana maraa harka kiyyatu hojjatee mitii? jedha Rabbi.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana maraa ani harka kiyyaan ka hojjadhee mitii ree?› jedha Waaqinni.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan san duudii ka huje anaa motii? jedha Goottaan› jedhe.