Acts 7:54 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Korri Mura'aa waan Isxifaanos jedhe yennaa dhage'ane, aaranee gubatanee, itti ciniinnatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan kana d'ageennaani, garaani worra gubate ch'ininnatani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan kana dhageennaan, garaan warraa gubatee isaatti ciniinnatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa kana dhagayan guddisanii aaranii ilkaan itti ciniinnatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa kana dhagayan guddisanii aaranii ilkaan itti ciniinnatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Miseensonni yaa'ii kana yeroo dhagayanitti ni dallananan, Isxifaanosiin irratti'llee dallansu'uun ilkaan isaanii ni qaran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Korri Mura'aa waan Isxifaanos jedhe yennaa dhage'ane, aaranee gubatanee, itti ciniinnatane.