Acts 7:55 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isxifaanos ammoo, Ayyaana Woyyichaan guutamee, gara ol-gubba'aa ilaalee, ulfinna Waaqaatii fi Yesuus midda Waaqaa dhaabbateeruun dhaggee,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Stefanoni Lubbu Qulqullooni guutamnaani, gara gubba sonaani olilaale, guddinna Waaqa arge, Yeso harka mirgicha ka Waaqa oleju arge
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isxifaanos ammoo Hafuura Qulqulloon guutamnaan, adoo ila irraa hinbuqqifatin Waaqaa keessa olilaalee, guddinna Waaqaatii fi Yesusii harka mirgicha Waaqaa olejju argee
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni Ayyaana Woyyu'uun guuttamee gara sami'ii xiinxallee hennaa ol laalu ulfinna Rabbiitii fi Yesuusiinillee mirga Rabbii ka dhaabateeru arge;
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni Ayyaana Woyyu'uun guuttamee gara sami'ii xinxallee hennaa ol laalu ulfinna Rabbiitiif Yesuusiinillee mirga Rabbii ka dhaabate argee,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni garuu Hafuura Qulqullu'uun guuttamee gara sami'ii guuttatee yeroo laalutti ulfinna Waaqaa ni arge, Yesusiin'llee mirga Waaqaatiin dhabatee ni argeen,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isxifaanos ammoo, Ayyaana Woyyichaan guutamee, gara ol-gubba'aa ilaalee, ulfinna Waaqaatii fi Yesuus midda Waaqaa dhaabbateeruun dhaggee,