Acts 7:56 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
“Kunoo, ol-gubbaan banantee, Ilmi Namaalle midda Waaqaa dhabbateeruun ani dhagge” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jed'e, Me ilaala, anini gubba banamtu arga, Ilma Nama harka mirgicha Waaqa oleju arga.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Mee laalaa, anin gubbaa Waaqaa ta banamtee, ilmii namaa harka Waaqaa mirgaan olejuu argaa” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf, «Samiin banamtee Ilmi Namaa mirga Rabbii ka dhaabateeru arga'aara» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Samiin banamtee Ilmi Namaa mirga Rabbii ka dhaabateeru arga'aara jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
kanaaf, «Kunoo samiin banamee Ilmi Namaa mirga Waaqaatiin dhaabatee ni arga!» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Kunoo, ol-gubbaan banantee, Ilmi Namaalle midda Waaqaa dhaabbateeruun ani dhagge» jedhe.