Acts 7:57 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Korri Mura'aa iyyee gurra ifii qabate; achiin duuba isaan martinuu itti fiiganee,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani qonqo olfud'atani ch'aarani, gurra ch'uqaalatani, isati oriani,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan gurra isaanii cuqqaallatanii, qoonqoo olfudhatanii caaranii, wayaa isaanii miila dargaggeessa toko ka Sa'uloo jedhanii jala naqatanii isaatti ori'aanii,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guddisanii laagaa ol qabatanii iyya'aa gurra ufii qabatanii wolii galanii gara isaa fiigan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Guddisanii Laagaa ol qabatanii iyya'aa gurra isaanii qabatanii yaada tokkoon ta'anii gara isaa fiigan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo sanitti'llee isaan qooniqqa ol aanaan ni iyyan, gurra isaanii'llee duuchan bakka tokko, gara isaa ni fiigan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Korri Mura'aa iyyee gurra ifii qabate; achiin duuba isaan martinuu itti fiiganee,