Acts 7:58 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
qachaa keessaa harkisanee baasanee, dhaka'aan tumane. Dhugaa bayooti woyaa isaanii akka eeguuf dargaggeessa Saa'ol jedhamu tokko bira keyatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
dira keesaa baasani, d'akhaani had'ani. Worri waan kana arge woya ufi fulla namicha kaima toko ka Saulo jed'ani naqani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
dadarbaa dira keessaa baasan dhakaan hadhaan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qachaa keessaa gara diidaa baasanii dhaga'aan tuman. Worri raganillee uffata isaa luka dargaggeessa Saa'ol jedhamu tokko jala kaayan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Qachaa keessaa gara diidaa baasanii dhaga'aan tuman. Worri raganillee uffata isaa luka dargaggeessa Saa'ool jedhamu tokko jala kaayan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Magaala'aa'llee baasaniinii dhaga'aan ni woqaraniin, Ragoonni isaa'llee uffata isaanii fidanii, Saa'ol ka jedhamu dargaggeessi tokko akka isaanii eeguuf, miila isaa bira ni kaayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
qachaa keessaa harkisanee baasanee, dhaka'aan tumane. Dhugaa bayooti woyaa isaanii akka eeguuf dargaggeessa Saa'ol jedhamu tokko bira keyatane.