Acts 7:8 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba Waaqi gondooroo haqanqaba'aa Abrahaamiif kenne; maarre Abrahaam ilmi isaa Yisihaq dhalateen duuba, guyyaa saddeetesso'oo haqanqabaa qabe; akkasuma Yisihaqille ilma ifii Yaaqoob haqanqaba qabe; Yaaqoobille abbootii gosa Israa'elii ka te'ane, ilmaan ifii kudhanii lama haqanqabaa qabe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Waaqi aada wold'aqisa ta qabanqaba Abrahamuti kenne. Tanaafi eegi torbaani toko Abrahamuuni Isaaqo qabanqaba qabe; Isaaqoni Yakobo qabanqaba qabe, Yakoboleeni ilmaani isaa kud'ani lamaani qabanqaba qabe, ta gochiti teenna iraa horte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Waaqii aadaa waldhaqisaa ta qabaanqabaa Abrahaamitti kenne. Tanaaf Abrahaam ilma isaa Yisihaqii, haga dhalaatee torba bulee qabaanqabaa qabe; Yisihaq Yaaqobii qabaanqabaa qabe, Yaaqoobiilleen ilmaan isaa kudhanii lamaan, ta gochitii teenna irraa hortee qabaanqabaa qabe.”
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waadaa sirna gadoomaallee hin kenneef. Akkasuma Yisaaqiin uumatee guyyaa saddeetesso'ootitti gadoomse. Yisaaq Yaaqoobiin, Yaaqoob abboota gosa kudha lamaa uumate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waadaa sirna gadoomaallee hin keenneef. Akkasuma Yisaaqiin uumatee guyyaa saddeetaffa'aatitti gadoomse. Yisaaqi Yaaqoobiin, Yaaqoobillee abboota gosa kudha lamaa uumate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waadaa gadoomu'uu'llee ni kenneef, kanaaf Abrahaam Yisaaqiin yeroo uumate, eega dhalatee guyyaa saddeetaffaa titti ni gadoomiseen, akkuma kana Yisaaq'llee ilma isaa Yaaqoobiin ni gadoommise. Yaaqoob'llee abbootii gosaa ka ta'an, ijoollee isaa kudha lamaan ni gadoommise.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Waaqi gondooroo haqanqaba'aa Abrahaamiif kenne; maarre Abrahaam ilmi isaa Yisihaq dhalateen duuba, guyyaa saddeetesso'oo haqanqabaa qabe; akkasuma Yisihaqille ilma ifii Yaaqoob haqanqabaa qabe; Yaaqoobille abbootii gosa Israa'elii ka te'ane, ilmaan ifii kudhanii lama haqanqabaa qabe.