Acts 7:9 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
“Ilmaan Yaaqoobii obboleessa ifii Yoseef hinaattee, garba akka te'uuf biyya Gibxiititti isa gurgurte; Waaqi ammoo isa woliin jiraayyu;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ilmaani suni Yusufu d'iibifate, aka inni tisse tahu lafa Misiriti gurgurte. Ammo Waaqi isa woliini tae,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Ilmaan Yaaqoob sun obboleessa isaanii Yoseef inaaftee, akka innii garbichaa ta'u lafa Gibxiitti gurgurte. Waaqii ammoo isa waliin taa'ee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Obboleeyyan Yooseefii isatti hinaaftee akka garbicha ta'uuf biyya Misiriititti gurguratteen; Rabbi ammo isa woliin ture.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Obboleeyyan Yooseefii isatti hinaaftee garbicha akka ta'uuf biyya Misiriititti gurguratteen. Rabbi ammoo isa woliin ture.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Ijoolleen Yaaqoobii obboleessa isaanii Yooseefiin irratti hinaafanii, biyya Gibixii titti garba akka ta'uuf ni gurguraniin, Waaqinni garuu isa woliin ni ture,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ilmaan Yaaqoobii obboleessa ifii Yoseef hinaattee, garba akka te'uuf biyya Gibxiititti isa gurgurte; Waaqi ammoo isa woliin jiraayyu;