Acts 8:10 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Worri qachaa sanii diqqa'aa fi guddaan duudiin, “Namichi kun, hunna Waaqaa ta ‘Hunna guddoo’ jedhantu” jedhaa yaada tokkoon dhage'ane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami ch'ufti dubbi isaa ch'aqase, diqaafi guddaleeni waan jed'e, Namichi kunini humna Waaqa ta Humna Guddo jed'aniini.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii diqqaa fi guddaalleen cuftii dubbii isaa caqasee, “Namichii kunin humna Waaqaa ta Humna guddoo” jedhaniin jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoota didiqqaa irraa jalqabee haga namoota gugurda'aa hunni Rabbii kana jedha'aa martinuu isa caqasan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namoota didiqqaa irraa jalqabee haga namoota gugurda'aa hunni Rabbii kana jedha'aa martinuu isa caqasan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namoonni marrinuu diqqa'aa fi guddaan'llee, «Naminni kun ol aana'aa jedhamee ka waamamu Humnna Waaqaati!» jedha'aa, ufi eegganaan ni dhageeffataniin ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri qachaa sanii diqqa'aa fi guddaan duudiin, «Namichi kun, hunna Waaqaa ta ‹Hunna guddoo› jedhantu» jedhaa yaada tokkoon dhage'ane.