Acts 8:11 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan, waan Simoon yennaa hedduu xanoo ifiitiin isaan baseffachiiseef, yaada tokkoon isa dhage'ane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri ch'ufti isa ch'aqase waan inni huji yuuboomatiini guyya heddu worra sobeefi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan innii tolchaan yokaan hujii yuuboomaatiin guyyaa hedduu warra mamsiiseef namii cuftii isa caqase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bara dheeraa irraa jalqabee waan moru'uun isaan maalalchiiseef isa jalaa caqasan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Bara dheeraa irraa jalqabee waan moru'uun isaan maalalchiiseef isa jalaa caqasan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ufi eegganna'aan ni dhageeffataniin ka ture'llee, yeroo baayi'e'ee jalaqabee asmma'aan isaan ni maalalchiisa waan tureef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan, waan Simoon yennaa hedduu xanoo ifiitiin isaan baaseffachiiseef, yaada tokkoon isa dhage'ane.