Acts 8:15 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan yennaa achi geyane, Ayyaana Woyyicha akka fudhatanu dhugeeffattootaaf daadimatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri d'ufe, Waaqa worraa kad'ate, aka Lubbu Qulqullo argatani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii Samaariyaa dhufee, akka Hafuura Qulqulloo argatan Waaqaa warraa kadhate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanillee hennaa gara isaanii dhaqan akka Ayyaana Woyyuu argataniif Rabbiin isaanii kadhatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaanillee hennaa gara isaanii dhaqan akka Ayyaana Woyyuu argataniif Rabbiin isaanii kadhatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf namoonni Samaariyaa Hafuura Qulqulluu akka fudhataniif, Phexirosii fi Yohaannis dhaqanii isaanii ni kadhatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan yennaa achi geyane, Ayyaana Woyyicha akka fudhatanu dhugeeffattootaaf daadimatane.