Acts 8:16 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Worri Samaariya'aa maqaa Goottaa Yesuussii qofaan cuuphameera malee, Ayyaanni Woyyichi isaan keessaa nama tokko irralle'etti bu'ee hin jiruuyyu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lubbuuni Qulqullooni qara worra ira imbuune, ammo maqa Aabbo Yeso ch'allaani batifamani male.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Maqaa Aabboo Yesus callaan cuuphaman malee, Hafuura Qulqulloon qara warra irra hinbuune.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maqaa Gooftaa Yesuusiitiin cuuphaman malee, isaan keessaa tokko irrattillee Ayyaanni Woyyuun waan hin buuneef.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Maqaa Gooftaa Yesuusiitiin cuuphaman malee, isaan keessaa tokko irrattillee Ayyaanni Woyyuun waan hin buuneef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namoonni Samaariyaa maqaa Gooftaa Yesusiitiin cuuphamanii turan malee, Hafuurri Qulqulluun haga ammaa tokkoo isaanii irrattuu, hin buunee ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Samaariya'aa maqaa Goottaa Yesuusii qofaan cuuphameera malee, Ayyaanni Woyyichi isaan keessaa nama tokko irralle'etti bu'ee hin jiruuyyu.