Acts 8:17 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf Pheexroosii fi Yohaannis harka ifii isaan irra keyane; isaanille Ayyaana Woyyicha fudhatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Petrofi Yohanani harka isaani worra ira keennaani Lubbu Qulqullo argatani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Phexrosii fi Yoh. aannis harka isaanii warra irra keennaan Hafuura Qulqulloo argatan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san harka ufii isaan irra kaayanii Ayyaana Woyyu'uun guuttaman.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa san harka ufii isaan irra kaayanii Ayyaana Woyyu'uun guuttaman.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf Phexirosii fi Yohaannis harka isaan irra kaayanii yeroo isaaniif kadhatanitti, Hafuura Qulqulluu ni fudhatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf Pheexroosii fi Yohaannis harka ifii isaan irra keyane; isaanille Ayyaana Woyyicha fudhatane.