Acts 8:18 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa ergantooti harka ifii dhugeeffattoota irra keyane, Simoon akka Ayyaanni Woyyichi namootaaf kenname dhagge. Maarre inni Pheexroosii fi Yohaannisiif beesee fidee,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Simonini aka eegi ergattuuni harka worra ira keete Lubbu Qulqullo argatani arginaani, hori worraa kennu fed'e
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Simoon akka eegii ergamtootii harka nama irra keette Hafuura Qulqulloo argatan arginaan, horii warraa fidee
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Simoonillee harka nama irra kaayuu ergamtootaatiin Ayyaanni Woyyuun akka kennamu haga arge birrii isaanii fidee,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Simoonillee harka nama irra kaayuu ergamootaatiin Ayyaanni Woyyuun akka kennamu haga arge, birrii isaanii fideefii,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ergamittoonni harka isaanii isaan irra yoo kaayan Hafuurri Qulqulluun namootaaf kennamuu isaa Simoon yeroo argetti, qarshii isaanii fideeti,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa ergantooti harka ifii dhugeeffattoota irra keyane, Simoon akka Ayyaanni Woyyichi namootaaf kenname dhagge. Maarre inni Pheexroosii fi Yohaannisiif beesee fidee,