Acts 8:19 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
“Nami ani harka kiyya irra keyu duudiin, akka Ayyaana Woyyicha fudhatu hunna tana analle'eef kenna'a” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jed'e, Humna tana nale kenna, aka nami anini harka ira kayu Lubbu Qulqullo argatu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Akka namii anin harka irra kaa'u cuftii Hafuura Qulqulloo argatuu, humna tana nallee kennaa!” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ka ani harka irra kaayu maruu Ayyaana Woyyu'uun akka guuttamu baalli kana naallee kennaa'a» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Ka ani harka irra kaayu maruu Ayyaana Woyyu'uun akka guuttamu naallee baalli kana naa kennaa'a» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Naminni ani harka kiyya irra kaayu Hafuura Qulqulluu akka fudhatu aangoo kana naa kennaa» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Nami ani harka kiyya irra keyu duudiin, akka Ayyaana Woyyicha fudhatu hunna tana analle'eef kenna'a» jedhe.