Acts 8:20 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Pheexroos ammoo deebisee, “Ati Kennansa Waaqaa beese'een bitatiisaaf waan yaaddeef, atii fi beeseen teetille qile'etti bada'a!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Petroni waan isaani jed'e, Hori kanke woliini bada, waan atini kenna Waaqa waan horiini bitatu seetefi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Phexros ammoo deebiseefii, “Waan Kenniisa Waaqaa waan horiin bitaattu seeteefii horiin kankee si waliin ha baduu!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Pheexroos ammo akkana jedheen, «Waan kennaa Rabbii birri'iin argatuu yaaddeef birriin kee si woliin haa badu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Pheexroos ammoo akkana jedheen; «Kennaa Rabbii birri'iin argatuu waan yaaddeef birriin kee si woliin haa badu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Phexiros garuu akkana ni jedheen, «Kennaa Waaqaa qarshi'iin argachu'uuf yaaduu keetiin, qarshiin kee si woliin haa badu!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Pheexroos ammoo deebisee, «Ati Kennansa Waaqaa beese'een bitatiisaaf waan yaaddeef, atii fi beeseen teetille qile'etti bada'a!