Acts 8:21 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Gadhaan keeti Waaqa duratti qajeelaa waan hin te'iniif, ati hirmaannaa yookiin qooda hujii teenna keessaa hin qaddu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini waan kana keesa diqole qooda inqabdu, garaani kanke fuula Waaqa durati dansaniti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan garaan kankee fuula Waaqaa duraatti dansaa hinta'iniif atin waan kana keessaa diqqoollee hinqabdu; qoodaallee hinqabdu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garaan kee Rabbiin afo'otti qajeelaa waan hin taaneef waan kana irraa hiree yookaan gayee hin qabdu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Garaan kee Rabbiin afo'otti qajeelaa waan hin taaneef waan kana irraa hiree yookiin gayee hin qabdu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Onneen kee Waaqa duranatti qajeelaa waan hin ta'iniif, ati waan kanaa keessaa yookiin carraa hin qabddu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gadhaan keeti Waaqa duratti qajeelaa waan hin te'iniif, ati hirmaannaa yookiin qooda hujii teenna keessaa hin qaddu.