Acts 8:22 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf hammeenna yaada gadhaa keetii kana irraa deebi'i; waan akkana yaadatte kanaaf si'iif araarama fa'a te'a, gara Gootta'aa daadimadhu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi ch'ubbu tante tana iraa deebii, Waaqa kad'ad'u, aka herega garaa keti si araaramani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf cuubbuu tantee tana irraa deebi'ii Waaqaa kadhadhu; herrega garaa keetii kana faa sii araaramaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eegaasuu badooma kee kanaaf aagii gali; maal laataa yaada garaa keetii yoo ka sii dhiisu ta'e Rabbiin kadhadhu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eegaasuu badooma kee kanaaf agii gali maal laataa yaada garaa keetii yoo ka sii dhiisu ta'e Rabbiin kadhadhu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa hammeenna kee kana irraa gaabbiitii gara Waaqaa deebi'i, yookiin yaanni hamaan onnee keetii dhiifama siif ni taasisa yoo ta'e, Waaqa kadhadhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf hammeenna yaada gadhaa keetii kana irraa deebi'i; waan akkana yaadatte kanaaf si'iif araarama fa'a te'a, gara Gootta'aa daadimadhu.