Acts 8:23 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ati hinaaffaa hadhoottu'uun guutantee, hidhamaa cubbu'uu akka teete dhaggeera” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi anini ya arge, atini had'aa had'ooftu qabda, ammalle hid'aansa ch'ubbuu ke jirta.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkanaatiif anin ya argee, atin hadhaa hadhooftuu qabda, ammallee hidhaansa cubbuu keessa jirta” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Summii hadhaaya'aa fi hammeenna keessa akka jirtu waan arga'aaruuf.»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Summii hadhaaya'aa fi hammeenna keessa akka jirtu waan arga'aaruuf.»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ati hinaaffaa hadhaaya'aan akka guuttamttee fi hidhamaa cubbu'uu akka taate ni arga.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati hinaaffaa hadhoottu'uun guutantee, hidhamaa cubbu'uu akka teete dhaggeera» jedhe.