Acts 8:24 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Simoon, Pheexroosii fi Yohaannisiin, “Waan isin anaan jettane kana keessaa tokkolle akka ana hin dhaqqanne, maganne'ee gara Gootta'aa anaaf daadimadha'a” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Simonini waan jed'eeni, Waaqa na kad'ad'a, aka wonti isani baantani kunini tokoleeni nati ind'umne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Simoon, “Akka wantii isan baantan kunin tokkoolleen natti hindhumnee Waaqaa naa kadhadhaa!” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Simoonillee deebisee, «Wonti hamaan kun tokkollee akka na irra hin geenne isinumti Gooftaa naa kadhadhaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Simoonillee deebisee, «Wonti hamaan kun tokkollee akka narra hin geenne isinumti Gooftaa naa kadhadhaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Simoon'llee, «Waan amma dubbattan keessaa tokkommaanuu akka narra hin geenneef, isinummaan mataan keessan gara Waaqaa naaf kadhadhaa» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Simoon, Pheexroosii fi Yohaannisiin, «Waan isin anaan jettane kana keessaa tokkolle akka ana hin dhaqqanne, maganne'ee gara Gootta'aa naaf daadimadha'a» jedhe.