Acts 8:28 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni gara biyya ifii yennaa deebi'u garreettaa geejjibaan harkifamu irra tee'ee, kitaaba raagicha Isaayaasii dubbisaaraayyu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato galu, gaari ufi keesa tae, kitaaba raaga Isaya soome.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Adoo achii galuu, gaarii ufii keessa taa'ee, kitaaba raaga Isaayas dubbisaa deeme.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achii yoo deebi'u konkolaataa fardaa irra taa'ee kitaaba raatticha Isaayyaasii dubbisa'aa ture.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achii yoo deebi'uu gaarii fardaan harkifamu irra taa'ee Kitaaba raatticha Isaayyaasii dubbisa'aa ture.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni'llee gara biyya isaa yeroo deebi'utti guurttoo farddaa yaabbatee, kitaaba nabiyyicha lsaayasii ni dubbisa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni gara biyya ifii yennaa deebi'u garreettaa geejjibaan harkifamu irra tee'ee, kitaaba raagicha Isaayaasii dubbisaaraayyu.