Acts 8:29 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ayyaanni Woyyichi Filiphoosiin, “Beenu gara garreettaa geejjibaan harkifamu sanii dhikaadhu” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Lubbuuni Qulqullooni waan Filiponi jette, Beeni, gaari sunti d'iaad'u.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Hafuurii Qulqulloon Filiphosiin, “Been, gaarii suniitti dhi'aadhuu isa gula deemi!” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ayyaanni Woyyuun Filiphoosiin, «Gara konkolaataa fardaa kana siiqiitii isaan wol gayi» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ayyaanni Woyyuun Filiphoosiin, «Gara gaarii fardaan harkifamu kanaa siiqiitii wol gayi» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo kanatti Hafuurri Qulqulluun Filiphosiin, «Deemi gara guurttoo farddaa san dhiyaadhuutii dubbisiin» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ayyaanni Woyyichi Filiphoosiin, «Beenu gara garreettaa geejjibaan harkifamu sanii dhikaadhu» jedhe.