Acts 8:3 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Saa'ol ammoo wolde'a kiristaanaa balleessiisaaf wodhaanee, mana tokko irraa gara mana kaanii deemaa, dhiiraa fi dubartii gara mana hidha'aa seensise.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Sauloni gumi Waaqa guddo gaargalche, mana ch'ufa seene, d'iirafi nad'eenile hid'aansati guure.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Saa'ol ammoo gumii Waaqaa guddoo gaargalchee, manneen cufaa keessa dedeemee, dhiiraa fi nadheeniillee hidhaatti guure.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saa'ol ammo woldaa Kiristaanaa diiga'aa ture. Mana maraa seena'aa dhiiraa fi dubartootallee harkisa'aa gara mana hidha'aatitti dabarsa'aa isaan kenna'aa ture.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Saa'ol ammoo woldaa Kiristaanaa diiga'aa ture. Mana maraa seena'aa dhiiraa fi dubartootallee harkisa'aa gara mana hidha'aatitti dabarsa'aa isaan kenna'aa ture.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Saa'ol garuu woldaya amantii balleessuuf ni tataafata ture, manaa gara manaa titti'llee aseena'aa, amantoota dhiiraa fi dubarttootaa, harkisa'aa ni baasa ture, gara mana hidhaa'llee isaan ni galcha ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saa'ol ammoo wolde'a kiristaanaa balleessiisaaf wodhaanee, mana tokko irraa gara mana kaanii deemaa, dhiiraa fi dubartii gara mana hidha'aa seensise.