Acts 8:32 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Addeen inni Barreeffama Woyyicha keessaa dubbisiisatti jiru, “Inni akka hoolee qalantuu oofame; akka ilmayyoo hoole'ee, yennaa nami rifeensa irraa muru cadhittuu, Inni waan tokkolle hin dubbanne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fullaani inni t'aafi keesa soomu tana, Akuma hoola qalani ijeechati isa geesani, ammalle akuma ilmeeni hoola ta abbaani rifeensa iraa ch'iru ch'alliftu, akasuma ch'allise.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Fulaan innii barreessii keessaa dubbiisu jiru tana, ta “Akkuma hoolaa qalanii ijeechaatti isa geessani, ammallee akkuma ilmeen hoolaa ta abbaan rifeensa irraa ciru calliftuu, akkasuma callise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Huleen inni barreeffama kutaa kitaabaa keessaa dubbisa'aa ture sun, «Inni akka hoolaa qalmaaf oofama'aartuu, akkuma ilmoolee hoola'aa hennaa namni rifeensa isii irraa muru cadhiftu; Innillee akkasuma waan tokkollee hin dubbanne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Huleen inni barreeffama kutaa kitaabaa keessaa dubbisa'aa ture sun, «Inni akka hoolaa qalamu'uuf oofama'aartuu, akka ilmoolee hoola'aa hennaa namni rifeensa isii irraa muru akkuma cadhiftu Innillee akkasuma waan tokkollee hin dubbanne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni'llee ni dubbisa ka ture kutaan kitaaba Qulqullu'uu ka itti aanee jiru ture, «Inni akka hoolaa qalamu'uuf ooffamuu ni ture, riffeenissa haaddota worri ta'an'llee yoo irraa haadan'llee akkuma ilmmayyoo caldhisuu titti, inni'llee dubbachu'uuf afaan isaa hin bannanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Addeen inni Barreeffama Woyyicha keessaa dubbisiisatti jiru, «Inni akka hoolee qalantuu oofame; akka ilmayyoo hoole'ee, yennaa nami rifeensa irraa muru cadhittuu, Inni waan tokkolle hin dubbanne.