Acts 8:33 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni ifi gad qabee, muraa dhuga'aa dhabe. Jiruun isaa lafa irraa waan fudhatanteef, eennutu sanyii isaa himuu dande'a?” ka jedhu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isa diqeesani, qorsuma d'uga iraa d'owani. Eenuti waan d'aloota isaa hasaa? Jireenni isaa lafa keesaa la hobae.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isa diqeessanii, qorsumaa dhugaa irraa dhowwani. Eenuutti waan dhaloota isaa haasaa ree? Jireennii isaa lafa keessaa la hoba'ee” jettu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni uf salphise; murtiin dhuga'aa hin kennamneef. Jireenni isaa lafa irraa waan fudhatameeruuf, eennutu dhala isaatitti himuu danda'a ree?»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni uf salphise; murtiin dhuga'aa hin kennamneef. Jireenni isaa lafarraa waan fudhatameeruuf, eennutu dhala isaatitti himuu danda'aree?»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni ni salphate, murtiin qajeelaan'llee hin kenamnneef. Lubbuun isaa'llee arddii irraa dhabamisiifamee jiraatii, waayee dhalootaatiif eennutu dubbachu'uuf dandda'a?»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni ifi gad qabee, muraa dhuga'aa dhabe. Jiruun isaa lafa irraa waan fudhatanteef, eennuttuu sanyii isaa himuu dande'a?» ka jedhu.