Acts 8:34 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Guneessichi Filiphoosiin, “Raagichi waan kana marroo eennuu dubbataara? Marroo ifiiti moo marroo nama dhibi'ii ti? Me natti himi” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namichi kaani waan Filiponi jed'e, Raagi eennu baana? Ufi baana mo nama d'ibi?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namichii kaan Filiphosiin, “Raagii eennu baana? Ufi baana moo nama dhibii?” jedhee gaafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ajajaan hojjattootaa sunillee Filiphoositti deebisee, «Yabo'oo si wogee raattichi waan eennuu dubbata? Waan ufiiti mo'o waan nama biraati?» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namichi qaama hormaataa hin qabne sunillee Filiphoositti deebisee, «Yaboo si wogee raattichi waan eennuu dubbata? Waan ufiiti moo waan nama biraati?» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yakkatamchi'llee Filiiphosiin, «Nabiyyichi kana ka dubbate waayee eennuutiif? Waayee mataa isaatiif moo yookiin waayee nama bira'aatiif? Yabo'oo natti himi» ni jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guneessichi Filiphoosiin, «Raagichi waan kana marroo eennuu dubbataara? Marroo ifiiti moo marroo nama dhibi'ii ti? Me natti himi» jedhe.