Acts 8:36 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan adoo karaa san gad deemanu, bisaan tokko bira geyane. Guneessichi, “Bisaan kunoo ti; akka ani hin cuuphanne wonni na dhooggaa maan?” jedhe. [
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle ato worri yau, fulla bisaani toko d'ufani; namichi kaani waan jed'e, Me ilaali, bisaaniti arma jira, malti batiso argachu naa d'owa? [
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammallee warrii adoo karaa yaa'uu, fulaa bisaan tokko dhufee; namichii kaan filphosiin, “Mee ilaalii, bisaaniitti arma jiraa, maalti cuuphama argachuu na dhowwa?” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uduu karaa irra deeman gara bisaanii gayan. Ajajaan hojjattootaa, «Ani amma bisaaniin akka hin cuuphamnee wonti na dhooggu maali'i?» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Karaa irra uduu deeman gara bisaanii gayan. Namichi qaama hormaataa hin qabne, «Ani amma bisaaniin akka hin cuuphamnee wonti na dhooggu maali'i?» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yoo deemaan'llee gara bakka bishaan jiru ni gayan, yakkataman'llee, «Kunoo akka hin cuuphamnneef wonitti ana dhoogu maali'i?» jedhe. [
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan adoo karaa san gad deemanuu, bisaan tokko bira geyane. Guneessichi, «Bisaan kunoo ti; akka ani hin cuuphanne wonni na dhooggaa maan?» jedhe. [