Acts 8:37 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Filiphos deebisee, “Gadhaa tokkoon yoo dhugeeffatte hin dandeetta” jedhe. Guneessichi deebisee, “Yesuus Kiristoos Ilma Waaqaa akka te'e hin dhugeeffadha” jedhe.]
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Filiponi waan jed'eeni, Yo atini garaa kanke ch'ufaani d'ugefatte si batisani, Inni waan Filiponi jed'e, Ind'ugefad'a aka Yeso Kristo Ilma Waaqa.]
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Filiphos, “Garaa kankee cufaan yo atin dhugeeffattee si cuuphan” jedhee deebiseef. Innii Filiphosiin, “Akka Yesus Kiristoon Ilma Waaqaa ta'ee indhugeeffadha” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Filiphoosillee, «Garaa kee guutu'uun yoo amante hin danda'ama» jedheen. Ammallee, «Yesuus Kiristoos Ilma Rabbii akka ta'e hin amana» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Filiphoosillee, «Garaa kee guutu'uun yoo amante hin danda'ama» jedheen. Ammallee, «Yesuus Kiristoos Ilma Rabbii akka ta'e hin amana» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Filiphos'llee, «Onnee kee guutu'uun yoo amantte cuuphamu'uuf ni danddeetta» jedheen. Yakkatamchi'llee, «Yesus Kristos Ilma Waaqaa ta'uu isaa ni amana» jedhe.]
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Filiphoos deebisee, «Gadhaa tokkoon yoo dhugeeffatte hin dandeetta» jedhe. Guneessichi deebisee, «Yesuus Kiristoos Ilma Waaqaa akka te'e hin dhugeeffadha» jedhe.]