Acts 8:38 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Guneessichi garreettaa fardaan harkifamu akka dhaabbatu ajaje; innii fi Filiphoos gara lagaa dhaqanee, Filiphoosille isa cuuphe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaari d'aabachiise, worri lachu bisaani keesa duude Filiponi isa batise.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namichii Gaarii dhaabachiisee, warrii lachuu bisaan keessa duudee Filiphos isa cuuphe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Konkolaataan fardaa akka dhaabatu ajajee ajajaan hojjattootaa sunii fi Filiphoos gara bisaanii bu'an. Innillee hin cuupheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gaariin fardaan harkifamu akka dhaabatu ajajee, namichi qaama hormaataa hin qabnee fi Filiphoos gara bisaanii bu'an. Innillee hin cuupheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yakkatamchi'llee guurttoon farddaa akka dhaabatu ni ajaje, lamaanuu gara bishaanii bu'aniiti, Filiphos yakkatamcha ni cuupheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guneessichi garreettaa fardaan harkifamu akka dhaabbatu ajaje; innii fi Filiphoos gara lagaa dhaqanee, Filiphoosille isa cuuphe.