Acts 8:39 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan bisaan keessaa yennaa bayane, Ayyaani Gootta'aa Filiphoos butee fudhee deeme. Guneessichi deebi'ee isa hin dhaggine. Teetuu malee karaa ifiititti deebi'ee, gammadaa deeme.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bisaani keesa baanaani, Lubbuuni Aabbo Filipo fuute. Namichi kaani lafaa isa d'abe, ammo gammadaani kara ufii iti d'aabate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Bisaan keessaa baanaan, Hafuurii Aabboo Filiphos fuudhee deeme. Namichii kaan lafaa isa dhabee, ammoo gammadaan karaa ufii itti dhaabate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bisaan keessaa haga bayaniin maayessa Ayyaanni Goofta'aa Filiphoosiin hin fudhateen. Ajajaan hojjattootaa sun deebi'ee isa hin argine; gammada'aa karaa ufii deeme.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Bisaan keessaa haga bayaniin maayessa Ayyaanni Goofta'aa Filiphoosiin hin fudhateen. Namichi qaama hormaataa hin qabne deebi'ee isa hin argine; gammada'aa karaa ufii deeme.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Bishaan keessaa eega bayaniin duubatti Hafuurri Goofta'aa Filiphosiin ni fudhateen. Yakkatamchi'llee deebi'ee hin argineen, haa ta'u malee gammada'aa adeemissa isaa itti ni fuufe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan bisaan keessaa yennaa bayane, Ayyaanni Gootta'aa Filiphoos butee fuudhee deeme. Guneessichi deebi'ee isa hin dhaggine. Teetuu malee karaa ifiititti deebi'ee, gammadaa deeme.