Acts 8:5 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Filiphoos gara qachaa Samariya'aa dhaqee kolbaa achi jirtuuf marroo Masiihii lallabe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Filiponi gara dira Samaria d'aqe waan Kristo worrati hasae.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Filiphos gara dira Samaariyaa dhaqee waan Kiristoo warraatti haasa'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Filiphoosillee gara qachaa Samaariya'aa dhaqee waan Kiristoosii isaanitti lallabe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Filiphoosillee gara qachaa Samaariya'aa dhaqee waan Kiristoosii isaanitti lallabe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Filiphos'llee gara magaalaa Samaariyaa deemee, namoota waayee Masihichaa ni barsiise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Filiphoos gara qachaa Samaariya'aa dhaqee kolbaa achi jirtuuf marroo Masiihii lallabe.