Acts 8:6 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Gumiin waan Filiphoos jedhe yaada tokkoon dhageettee, baasa inni hujelle dhaggite.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gumiini garaa tokooni waan Filiponi jed'e ch'aqafte, waan mama ka inni tolche d'ageete argite.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gumiin garaa tokkoon waan Filiphos jedhe caqaftee, waan mamaa ka innii tolcheellee argitee dhageette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniinillee hennaa dubbii Filiphoosii dhagayanii fi malkata inni godhe hennaa argan waan inni jedhe yaada tokkoon dhagayaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Baniinillee dubbii Filiphoosii hennaa dhagayaniif malkata inni godhe hennaa argan; waan inni jedhe yaada tokkoon dhagayaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namoonni'llee dubbii Filiphosii yeroo dhagayanii fi baasota inni taasisu'llee yeroo arganitti, yaada tokkoon ufi eeggannaan ni dhageeffataniin ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gumiin waan Filiphoos jedhe yaada tokkoon dhageettee, baasa inni hujelle dhaggite.