Acts 8:7 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ayyaanni hamaan kolbaa hedduu keessaa qoonqoo guddo'oon iyyee baye; worri laashowee fi worri hokkolu hedduulle fayyane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jinniini hamtuuni qonqo olfud'atte iyite nama heddu keesaa yaate; nami hedduuni ka kokotaefi ka naafate fayye.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jinniin hamaamtuun qoonqoo olfudhattee iyyitee nama hedduu keessaa yaatee; namii hedduun ka kokottaa'ee fi ka nanaafate fayye.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ayyaanni hamaan laagaa gudda'aan iyya'aa namoota heddu keessaa baya'aa waan tureef naafataan hedduu fi worri hokkolullee hin fayyan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ayyaanni hamaan laagaa gudda'aan iyya'aa namoota heddu keessaa baya'aa waan tureef naafatan hedduu fi worri hokkolullee hin fayyan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Hafuuronni battiin'llee qooniqqa ol aanaan iyya'aa, namoota baayi'ee keessaa ni bayan ture, naafonni baayi'ee fi hokkolttoonni baayi'een'llee ni fayyan ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ayyaanni hamaan kolbaa hedduu keessaa qoonqoo guddo'oon iyyee baye; worri laashowee fi worri hokkolu hedduulle fayyane.