Acts 8:9 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Qachaa san keessa namichi Simoon jedhamu tokko jiraayyu; inni hujii xanoo ifiitiin worra qachaa Samaariya'aa baaseffachiisee, ani nama gudda'a ifiin jedhaa tureera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo namicha tokoti jira, ka Simoni jed'ani, ka duri dira suni keesati huji yuuba tolche, worra dira Samaria, sobe, jabeenna ufi odeese.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo namicha tokkootti ka Simoon jedhan, ka durii dira sun keessatti tolchaa tolchee, warra dira Samaariyaa, sobee, jabeenna ufii odeesse jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni Simoon jedhamu tokko ammo «ani gudda'a!» jedhee mora'aa namoota Samaariya'aa maalalchiisa'aa nama qachaa san keessa jiraate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namni Simoon jedhamu tokko ammoo ani gudda'a jedhee moraa namoota Samaariya'aa nama maalalchiisa'aa qachaa san keessa jiraate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Magaalaa san'llee Simoon nama jedhamu ture, naminni kun'llee magaalattii keessatti asimmaa hojjata'aa, ummata Samaariyaa maalalchiisaa ture jira, «Ani nama gudda'aa!» jedhaa'llee, ni dubbata ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qachaa san keessa namichi Simoon jedhamu tokko jiraayyu; inni hujii xanoo ifiitiin worra qachaa Samaariya'aa baaseffachiisee, ani nama gudda'a ifiin jedhaa tureera.